Komonoota:Wikin 2021 Afrikaa ni Jaalata
Wikipidiyaa irratti Ayyeneffannaa Mul'ataa Afrikaa
Waa'ee wantoota miliyoonotaa Wikipedia irraa dubbisuu dandeessa. Waantoota hundaa keessaa, kan Afrikaan sadhataawu uwwisa ni argata. Kunis lakkoofsa sababiiwwaniifi, garuu baay'onni beekumsa isaanii dhugaa namoonni baay'een hin beekne fi aadaawwan isaanii ibsachuun Wikipediaf suuraawwan, sagaleewwan fi suursagawwan arjoomaniiru.
Soorummaan, bifdaneessummaan fi bareedinni Afrikaa Wikipedia irratti qabatamaan ayyaaneffamuu qaba.
Ati waan kana qooda fudhachuu dandeessa. Hirmaannaafis nama kamuu ni simanna!
Wikiin Afrikaa ni Jaalataan maalii?
Wikin Afrikaa ni Jaalatan heetoo miidiyaa waggaa waggaan namuu Afrikaa keessaa hirmaachuu danda'u dhaamsa Komonoota Wikimiidiyaa bara kanaaf sadhatawaa kan ta'an Wikipedia irratti fi piroojektii marsariitii dhaabbata WikiMiidiyaaf kan fayyadu dha.
Wikin Afrikaa ni Jaalataan hirmaannaa miidiyaaf qooda fudhattoota ni jajjabeessa (suurfakii, suursaga fi sagaleen) ergaa barichaa sirriitti agarsiisu.
Baroonni dhaamsa ni jijjiiru. Dhaamsi waggaawwaniis walaabawaa ta'uuf hawaasaan filatama, sooroma-qabatamaa fi mataduree akka aadaatti adda bahe (fakkeenyaaf, gabaa, barruu gabaabaa, festivaala, artii uummataa, durbii, seenaa uumamaa, magaalummaa, jireenya guyyuu, matiya gabatee dhablee, kkf).
Dorgommii Wikiin 2021 Afrikaa ni Jaalata
Ergaan heetoo 2021 Fayyaa + Duuressa.
Dorgommiin 2021 kan cufamu Eebila 30ffaa 2021 irraa eegalee hanga ammaatti CUFAMEERA
Find out about the 2021 winners here ! Commons:Wiki Loves Africa 2021/Winners
Malirratti dirqama hirmaachuu qabna?
Suuraawwan! Sagaleewwan! Suursagawwan!
Ergaan Fayyaa + Duuromaa fudhatamummaa bakka bu'insa qabatamaa fayyaa, duuroma akkasumas bakkabu'ummaa barteewwan ykn giddugaltummaa dhimma fayyaa warra lixaa ykn humna namaa ofkeessatti hammachuu danda'a, qulqullina nyaataa, ykn shaakallii fi kkf.. ni jajjabeessa.
BARBAACHISAA: maaloo hubadhaa COVID-19iin qabamuuf sodaan akka addunyaatti waan jiruuf; ammallee qopheessitoonni Wikin Afrikaa ni Jaalataa kanneen suura kaasuu barbaadaniif OFEEGGANNOO GUDDAA akka godhan ni jajjabeessa. Maaskii malee sochiiwwan matayaa fi taateewwan hin hordofiinaa. Harshama keessanii ykn barteewwan guyyaa guyyaa irraa suuraawwan osoo fayyadamtanii ni filanna. Maaloo kasaaraa ykn balaafamina keessa (ykn nama kamuu wajjin) of hin kaa'iinaa. #OfqusannaarraTuraa.
>> Waa'ee dhaamsaa edaasa dubbisi akkasuma fedhii horadhu.
>>> As keessaa waa'ee seerotaa edaasa dubbisi
Gatiin qolamtootaa meeqa dha?
Qolamtootaaf gatiiwwan baay'eetu jiru. Kan biyyaalessaa fi duuniyaalessaa. Gatii biyyaaleyyaaf, maaloo taateewwan biyya kee keessatti jalqabaniiru ilaali.
Sadarkaa duuniyaalessaatti, Wikin Afrikaa ni jaalataaf gatiiwwan gurguddoo sadiitu jiru akkasumas kan bara darbee dabalatee, dabalataan kaffaltiiwwan lama suuraa fi miidiyaaf ni argama.
Gatii duniyaalessaa:
- gatiin 1ffaa:US$1000
- gaatiin 2ffaa:US$800
- gatiin 3ffaa:US$500
Ramaddiiwwan edaasaa:
- Ibsa aadaan ykn bakka bu'insa barteewwaniin fayyaa fi duuromaan: $500
- Gatiin qulqullina suursagaa (sagalee fi qulqullinni mul'isaa akkasumas himseenaan akkaawontii isaatti kan inni fudhatu): $500
(Gantuu: Kennaan caardii gatii isaa ni bittinnaa'a ykn unki naga'ee isaa ni bada )
Moo'attoonni kunniinis daduu gaarummaa ni argatu (ka dhiyaate: Kuufiyyaa "Ani Afrikaa irraan Wikipedia gulaala", tirika atoota haaraa fi istiikeroota)
Akkaataa itti galchuu
- Dhaamsi isaa Fayyaa + Duuromaan kan sadhatawu suuraa kaafadhu.
- Akkaawontii bilsaa uumi ykn Komonoota Wikimedia irratti banii seeni
- Suuraawwan kee fe'i
>>> Akkamiin akka seentu asii edaasa dubbisi
Jury process and the Winners
International Jury Process
As we head towards selecting the winners, there are three rigorous processes that ensure that the best of the best are selected as the International Prize Winners. Review this three step process along with the Jury Team on the 2021 International Jury page.
National Winners
While the International Jury process is active, National Winners are being announced by the country teams. There are incredible photos being awarded via this process, please check out the National Winners!!
FAQ | HELP DESK | MEDIA | TEAMS, SUPPORTING ORGS AND SPONSORS |